Addunyaa paartiikilii elementarii ija namaatiin hin mul’anne, akkasumas addunyaan Ji’a jedhamu kan—garaagarummaa humna harkisaa lafaatiin—humna kee dachaa jahaa ol kan lafaan wal bira qabamee yoo ilaalamu hojjechuu dandeessu jira.
Akkasumas, mootummaan samii, kan Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haadhatiin bulfamu, jiraachuun isaa hin oolu.
Addunyaa amantii Waaqayyoo inni hundumaa danda’u keessatti hojjetu yommuu hubannu dinqiiwwan karaa amantii dhufan kanneen akka gargar ba’uu Galaana Diimaa, injifannoo Gidewoon fi kufaatii Yerikoo, akkasumas fayyina namoota jaamaa lamaa mudachuu dandeenya.
Yommuu inni mana seenettis jaamonni sun gara isaa dhufan; innis, “Akka ani waan kana gochuu dandaʼu ni amantuu ree?” jedhee isaan gaafate. Isaanis, “Eeyyee, yaa Gooftaa!” jedhanii deebisaniif. Yesuusis ija isaanii qaqqabee, “Akkuma amantii keessanii isiniif haa taʼu” jedheen. Iji isaaniis ni baname. Maatewos 9:28–30
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy