Waaqayyo mootummaa samii keessatti mootota akka nu muudu waadaa nuuf kenneera. Akka dhalli namaa fedha Waaqayyootti mootota ta’ee daandii sirrii irra deemu, wanti barbaachisaa ta’e, ilaalcha namaatiin osoo hin taane ilaalcha Waaqayyootiin akka dubbii Isaatti hojjechuu fi amanuudha.
Karaaleen ija namaatiin rakkisaa, ciccimoo fi qormaata fakkaatanii mul’atan hundinuu dhugumatti ija Waaqayyootiin yeroo ilaalaman jaalalaa fi eebbaan kan guutamani dha. Kanaaf, miseensonni Waldaa Waaqayyoo karaa amantii irra deemuudhaan, dhaadannoo Kitaaba Qulqulluu, “Waaqayyo bakka geessu hundumaatti hordofaa” jedhu seera qajeelfama isaanii isa guddaa taasisu.
“Yaadni koo yaada keessan, karaan keessanis karaa koo miti” jedha Waaqayyo.
“Akkuma samiiwwan lafa irraa ol fagaatan sana, karaan koo karaa keessan irraa, yaadni koos yaada keessan irraa ol fagoo dha.”
Isaayyaas 55:8–9
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy