Macaafni Qulqulluun Yerusaalem lafaa Waaqayyo akka gaaddidduutti hundeessee nuuf dhugaa, Yerusaalem hafuuraa, Haadha Samii mul’isuuf raajii dubbata. Kanaaf, hiika namoonni baay’een gara Yerusaalemitti imala godhan duuba jira kan jedhamu, gara Yerusaalem, Waaqayyo Haadha dhufuu qabna.
Raajonni hedduun fayyinni gara Haadha Yerusaalemitti deebi’uun akka dhufu raajii dubbataniiru, Kiristoos Ahnsahnghongis akkas jedheera, “Ani Haadha nan hordofa.” Kanaaf, jecha kana dubbistee dhageessee yoo ta’e, Waaqayyo biraa eebbifamuuf barsiisa kanaatiin gara Waaqayyo Haadha dhufuu qabda.
Yerusaalem isheen samii irraa garuu birmaduu dha; isheenis haadha keenya.
Galaatiyaa 4:26
Hafuurichii fi misirrittiin, “Kottu!” jedhu; namni dhagaʼus, “Kottu!” haa jedhu; namni dheebote haa dhufu; kan barbaadu bishaan jireenyaa tola haa fudhatu.
Mul’ata 22:17
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy