Waaqayyo guddina saayinsii fi teeknooloojii, geejjibaa fi interneetiitiin wangeelli akka babal’atu karaa kan bane yoo ta’u, beekumsa kakuu haaraa fi dhugaa waa’ee Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haadha dafnee addunyaatti babal’isuun qabna.
Ergamaan Phaawuloos qulqulloota hidhee ari’atus, dhugaa waa’ee Yesuus Kiristoos osoo hin beekin dura akkas godheera. Haaluma wal fakkaatuun namoota waa’ee Waldaa Waaqayyoo, Sanbataa fi Faasikaa hin beekne, garuu irratti dubbatan, beekumsa Waaqayyoo isa dhugaa barsiisuu qabna. Kana gochuudhaan eebba fayyinaa isa hunda caalaa Waaqayyoon gammachiisu akka argatan isaan geggeessuu dandeenya.
Innis akkana isaaniin jedhe; “Gara addunyaa hundaa dhaqaa; uumama hundumattis wangeela lallabaa. Namni amanuu fi cuuphamu kam iyyuu ni fayya; nama hin amannetti garuu ni murama. Maarqos 16:15–16
Fayyisaa keenya Waaqaa . . . Waaqni akka namni hundinuu fayyuu fi akka dhugaa beekuu biras gaʼu barbaada. 1 Xiimotewos 2:3–4
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy