Iddoo dhaabaa Eden keessatti mukti jireenyaa, kan warra irraa nyaataniif jireenya bara baraa kennu ture.
Haata’u malee, cubbuu Addaamii fi Hewaan irraa kan ka’e Waaqayyo karaa muka jireenyaa cufe.
Muka jireenyaatti deebi’ee karaa banu kan danda’u Waaqayyo qofa waan ta’eef, waggaa 2,000 dura, Yesus cubbamootaaf jireenya bara baraa kennuudhaaf gara lafa kana dhufe.
Inni Faasikaa kakuu haaraa fide, karaa isaa foonii fi dhiiga Yesus nyaachuu fi dhuguu dandeenyu—dhugaa muka jireenyaa.
Haa ta’u malee bara A.D 325tti Ayyaanni Faasikaa mootii Roomaa Qonstantinoosiin haqame.
Karaa jireenya bara baraa deebisee banuuf, Waaqayyo yeroo lammataaf foon uffatee gara lafa kana dhufe.
Inni Kiristoos Ahnsahnghong dha.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy