Kitaabni Qulqulluun sababni ilmi namaa du’uu qabu cubbuu irraa kan ka’e akka ta’e dubbata.
Haa ta’u malee, Kitaabni Qulqulluun dhiifama cubbuu yoo argatan, qaamni isaanii yoo badu iyyuu lubbuun isaanii jireenya bara baraa akka qabaattus ni dubbata.
Maqaa Fayyisaa, cubbuu dhiifama gochuu fi jireenya bara baraa kennuudhaaf aangoo qabuun cuuphamuun nu barbaachisa.
Waldaan maqaa Waaqayyoo Abbaa, Yihowaa, Waaqayyo Ilmaa, Yesuus, Waaqayyo Hafuura Qulqulluu Kiristoos Ahnsahnghong jedhamuun cuuphaa kennitu Waldaa Waaqayyoo qofa.
Nama moʼatus mana qulqullummaa Waaqa koo keessatti utubaa nan godha. Innis achi keessaa gonkumaa hin baʼu. Anis maqaa Waaqa kootii fi maqaa magaalaa Waaqa koo, maqaa Yerusaalem ishee haaraa, ishee Waaqa koo biraa samii irraa gad buutu sanaa isa irratti nan barreessa; maqaa koo haaraas isa irratti nan barreessa. Mul’ata 3:12
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy