Lafti dubbii Waaqayyootiin kan uumamtee fi akka gaariitti kan hojjetamte waan ta’eef, Waaqayyo ilmaan namootaa gonkumaa dubbii Isaa irratti homaa akka hin daballe ykn homaa irraa akka hin hir’isne gaafate.
Akkuma Nohi dubbii Waaqayyoof abboomameef guutuu ta’uun isaa beekamtii argatee fayye, miseensonni Waldaa Waaqayyoos dubbii Waaqayyoof abboomamuudhaan daandii amantii irra deddeebi’u, akkasumas hafuuraa fi Misirroo, Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haadha, warra bara Hafuura Qulqulluutti Fayyisaa ta’anii dhufanitti amanu.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy