Amantiin cimnee Waaqayyo galateeffannaan guutamuu akka qabnu Waaqayyo abboommii nuuf kenneera.
Kitaaba Qulqulluu keessatti Waaqayyo warra Xiyoon keessa jiraataniif dhiifama cubbuu fi ayyaana fayyina akka kennu barreeffameera.
Akkasuma miseensonni Waldaa Waaqayyoo akkuma raajiin dubbatametti Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haadha Xiyoonitti fudhatan, jireenya dhiifama cubbuu fi ayyaana fayyinaaf galata guddaadhaan guutame jiraatu.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy