Israaʼelonni guyyaa jaʼaaf al tokko magaalaa Yerikoo naannaʼaniiru. Guyyaa torbaffaatti si’a torba magaalattii naanna’anii yommuu iyyan, akkuma Waaqayyo abdachiise wanti hundinuu ni kufe; kun lafti addunyaa dubbii Waaqayyootiif mijate taʼuu ishee argisiisa.
Kanaafidha Abbaan Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haati dhugaa kakuu haaraa isa bade yeroo deebisan, jireenya eebbifamaa akka sagalee Waaqayyootti jiraachuu nu barsiisan.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy