Waaqayyoon hubachuuf iccitiin fakkeenya mannaa dhokataa hubachuu keessa jira.
Yesuus mannaa, buddeena jireenyaa isa Samii irraa bu’e ta’uu isaa yommuu dhugaa ba’u, Yihudoonni baay’een itti qoosanii isa dhiisan, duuka buutonni garuu amantii isaanii eegan. Haaluma wal fakkaatuun har’as miseensonni Waldaa Waaqayyoo karaa amantii irra deemaa jiru, fakkeenya mannaa dhokataa ta’een hubachuudhaan Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haati Waaqa karaa Samii agarsiisan ta’uu isaanii hubachaa jiru.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy