Waaqayyo Macaafa Qulqulluu keessatti irra deddeebi’ee cimsee kan ibse, dhalli namaa samii irratti cubbuu hojjetee gara lafa kanatti ari’ame, ayyaana fayyina guddaa kan itti argatu Xiyoon qofa ta’uu isaati.
Haa ta’u malee, jaarraa 4ffaa keessa Xiyoon, bakka ayyaanni Waaqayyoo itti kabajamu, baduu jalqabde.
Kiristoos Ahnsahnghong ayyaanota kan akka Guyyaa Sanbataa fi Faasikaa Waldaa Waaqayyoo keessatti deebisee, daandii aarsaa fi jaalala dhala namaaf irra deeme.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy