Ergamaan Yohaannis odola Patmos irratti mul’ata kan argate si’a ta’u, Waaqayyo uumama cufaa fi ilmaan namootaa hunda irratti akka moo’u hubateera.
Waldaa Waaqayyo itti bulchu keessattis cidha Hoolichaa waliin haadha manaa Hoolichaa jiraachuu akka qabdus ragaa ba’eera.
Waldaan Waaqayyo waldaa Hoolichaa fi haati manaa Isaa jechuun Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haadha har’a itti bulchaniidha.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy