Namoonni dhugaa fi soba adda baasuu waan hin dandeenyeef gara daandii dogoggoraatti qajeelu.
Sababa kanaaf, Yesuus kaʼumsa isaa, jechuunis Waaqayyo biraa taʼuu fi dhiisuu isaa akka sakattaʼan isaan barsiiseera.
Waaqeffannaan Dilbata fi Ayyaana Qillee kan namoonni har’a eegan waaqeffannaa waaqa aduu irraa kan madde yoo ta’u guyyan Sanbataa fi Faasikaa kan Waldaa Waaqayyoo keessatti kabajamu garuu firii dhugaa Waaqayyoo irraa argamuuti.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy