Yesuus Ergamaa kakuu ta’ee gara dachii kanatti dhufee kakuu haaraa hundeesse.
Seexanni kakuu haaraa akka Daaniʼel 7 irratti raajii dubbatameetti akka balleessu dursee beeka ture.
Kanaaf gara samiitti ol ba’uu isaa dura kakuu haaraa akka wasiyya isaatti akka eegamu dhiisee deeme.
Dhalli namaa Waldaa Waaqayyoo keessatti kakuu haaraa yommuu eegu,
bakka barnoonni Kiristoos Ahnsahnghong jirutti,
bara kana keessatti deebi’anii gara lafaatti dhufan, saba Waaqayyoo ta’uu danda’u.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy