Waaqayyo yeroo lammataaf foon uffatee gara lafa kana dhufe guyyaa qorraa bara 1918 akka raajiin Macaafa Qulqulluutti. Hojii dhagaa hojjetee dhugaa kakuu haaraa utuu jireenya cimaa jiraachaa lallabe, ta’us namoonni Waaqayyo miti jedhanii isa tuffatu turan.
Haa ta’u malee, iccitii Waaqayyoo isa ta’e kana beekuun ogummaa namaatiin osoo hin taane, Macaafa Qulqulluudhaani. Kiristoos Ahnsahnghong karaa wayinii Faasikaa kakuu haaraatiin jireenya bara baraa nuuf kenne; Inni Waaqayyo keenya fi Kiristoos isa fayyina keenyaaf deebi'ee dhufedha.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy