Hiika jireenyaa osoo hin beekin namoonni jooranii, hojii isaanii waliin hidhamanii du'a isaan mudatu.
Haa taʼu malee, wanti barbaachisaan tokko jireenya keenya keessatti dhokatee jira.
Kitaabni Qulqulluun du’a jechuun gara samiitti “deebi’uu” jechuu akka ta’ee fi ilmi namaa osoo Waaqayyo lafa hin uumiin dura samii keessa akka ture ni barsiisa.
Ayyaana Faasikaa, kan Hafuurri fi Misirroon—Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haati—nuuf kennan, yeroo kabajnu, gara mana keenya isa samii, samiitti deebi’uu dandeenya.
Namoonni kunneen hundinuu utuu waan waadaa galameef sana hin argatin amantii isaanii immoo utuu hin dhiisin duʼan. Waadaa sanas fagootti ilaalanii simatan. Isaanis lafa irratti akka keessummootaa fi godaantota turan beekaniiru.
Ibroota 11:13
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy