Kitaabni Qulqulluun kitaaba waa’ee Waaqayyoo dhugaa ba’uudha.
Haa ta’u malee Kitaabni Qulqulluun waa’ee Waaqayyoo Haadha akkasumas Waaqayyoo Abbaa dhugaa ba’a.
Daraaroonni, mukkeen, leencoonni, qurxummiin tropical fi namoonni jireenya isaanii karaa haadholii isaanii argatu.
Akkasumas jireenyi hafuuraa keenyas Waaqayyo Haadha irraa kenname.
Yerusaalem isheen samii irraa garuu birmaduu dha; isheenis haadha keenya.
Galaatiyaa 4:26
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy